Ermiyaas 31:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin ni fura,+Harka isa isa caalaa jabaa taʼe sanaa jalaas isa ni oolcha.*+ Zakkaariyaas 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani biyya Gibxii keessaa isaan nan deebisa,Asoor keessaas walitti isaan nan qaba;+Gara biyya Giiliyaadii+ fi Libaanonitti isaan nan fida,Iddoo gaʼaan isaaniif hin argamu.+
11 Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin ni fura,+Harka isa isa caalaa jabaa taʼe sanaa jalaas isa ni oolcha.*+
10 Ani biyya Gibxii keessaa isaan nan deebisa,Asoor keessaas walitti isaan nan qaba;+Gara biyya Giiliyaadii+ fi Libaanonitti isaan nan fida,Iddoo gaʼaan isaaniif hin argamu.+