Ermiyaas 50:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Israaʼeliin gara iddoo dheedichaa isaatti nan deebisa;+ innis Qarmeelos irra, Baashaan+ irra, gaarota Efreemii+ fi gaarota Giiliyaad+ irra ni dheeda, ni quufas.’” Miikiyaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Saba kee, bushaayee dhaala keetii,Isa bosona keessa, maasii fuduraa gidduu kophaa isaa jiraachaa ture sana ulee keetiin tiksi.+ Isaan akkuma bara durii Baashaanii fi Giiliyaad keessa haa dheedan.+
19 Israaʼeliin gara iddoo dheedichaa isaatti nan deebisa;+ innis Qarmeelos irra, Baashaan+ irra, gaarota Efreemii+ fi gaarota Giiliyaad+ irra ni dheeda, ni quufas.’”
14 Saba kee, bushaayee dhaala keetii,Isa bosona keessa, maasii fuduraa gidduu kophaa isaa jiraachaa ture sana ulee keetiin tiksi.+ Isaan akkuma bara durii Baashaanii fi Giiliyaad keessa haa dheedan.+