Isaayyaas 35:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+
10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+