Isaayyaas 30:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+ Isaayyaas 65:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+
19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+
19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+