- 
	                        
            
            Isaayyaas 61:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Warra Xiyooniif gaddan akkan kunuunsu,
Bakka daaraa shaashii,
Bakka gaddaa zayitii gammachuu,
Bakka hafuura gaddee uffata jajannaa akkan isaaniif kennu na ergeera.
 
 -