-
Izraa 3:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Namoonni sun hamma fagoodhaa dhagaʼamutti sagalee isaanii ol kaasanii iyyaa waan turaniif, namoonni sagalee ililchuu sana sagalee booʼichaa sana irraa adda baafachuu hin dandeenye.
-
-
Faarfannaa 126:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
126 Yihowaan yeroo namoota Xiyoon warra boojiʼaman deebisee walitti qabetti+
Abjuu keessa kan jirru nutti fakkaate.
-