Isaayyaas 35:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+ Isaayyaas 65:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+
10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+
19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+