LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 55:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+

      Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa.

      Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+

  • Yohaannis 7:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Guyyaa xumuraatti, jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti+ Yesuus dhaabbatee sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe: “Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee haa dhugu.+

  • Mulʼata 7:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 sababiin isaas, Hoolichi+ inni teessicha gidduu jiru isaan ni tiksa;+ gara burqaa bishaan jireenyaattis+ isaan ni geessa. Waaqayyos imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa.”+

  • Mulʼata 21:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis akkana naan jedhe: “Raawwatamaniiru! Ani Alfaa fi Omeegaa,* isa jalqabaa fi isa dhumaa ti.+ Nama dheebote kamiif iyyuu burqaa bishaan jireenyaa irraa tola nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi