Yohaannis 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namni bishaan ani isaaf kennu irraa dhugu hundi garuu matumaa hin dheebotu;+ kanaa mannaa, bishaan ani isaaf kennu sun isa keessatti burqaa bishaanii jireenya bara baraa kennuuf burqu ni taʼa.”+
14 Namni bishaan ani isaaf kennu irraa dhugu hundi garuu matumaa hin dheebotu;+ kanaa mannaa, bishaan ani isaaf kennu sun isa keessatti burqaa bishaanii jireenya bara baraa kennuuf burqu ni taʼa.”+