LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 7:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, ‘Lagni bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaʼa.’”+

  • Roomaa 6:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha;+ kennaan Waaqayyo kennu garuu, karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus+ jireenya bara baraa ti.+

  • 1 Yohaannis 5:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Haa taʼu malee, Ilmi Waaqayyoo akka dhufe beekna;+ inni waaʼee isa dhugaa taʼe sanaa beekumsa akka argannuuf hubannaa* nuuf kenneera. Nutis karaa Ilma isaa Yesuus Kiristoos, isa dhugaa taʼe sanaa wajjin tokkummaa qabna.+ Inni Waaqa dhugaa fi jireenya bara baraa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi