-
Amoos 8:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:
‘Kunoo, guyyaan ani biyyattiitti beela ergu ni dhufa,
Beelli kun garuu nyaata beelaʼuu yookiin bishaan dheebochuu utuu hin taʼin,
Dubbii Yihowaa dhagaʼuuf beelaʼuu dha.+
-