Ermiyaas 44:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ammas wanta gaarii utuu hin taʼin badiisa isaanitti fiduuf eeggachaan jira;+ namoonni Yihudaa warri biyya Gibxii keessa jiran hundi hamma haxaaʼamanii balleeffamanitti goraadee fi beelaan ni dhumu.+
27 Ammas wanta gaarii utuu hin taʼin badiisa isaanitti fiduuf eeggachaan jira;+ namoonni Yihudaa warri biyya Gibxii keessa jiran hundi hamma haxaaʼamanii balleeffamanitti goraadee fi beelaan ni dhumu.+