LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 44:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoota Yihudaa warra hafan, warra achi jiraachuuf gara biyya Gibxii deemuuf kutatan sana nan qabadha; hundi isaaniis biyya Gibxii keessatti ni dhumu.+ Isaan goraadeedhaan ni ajjeefamu, beelaanis ni dhumu; isa xinnaadhaa hamma isa guddaattis goraadee fi beelaan ni duʼu. Akkasumas kan abaaraman, wanta nama sodaachisu, warra salphatanii fi warra arrabsaman ni taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi