13 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Waaqolii tolfamoo warra balfamoo taʼanii fi waaqolii Noof+ warra gatii hin qabne nan balleessa. Kana booda bulchaan biyya Gibxii keessaa kaʼu hin jiraatu; biyya Gibxii keessa sodaan akka jiraatu nan godha.+