-
2 Seenaa Baraa 12:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Haa taʼu malee, garaa garummaa ana tajaajiluu fi mootota* biyyoota kan biroo tajaajiluu gidduu jiru akka beekaniif, isaan tajaajiltoota isaa ni taʼu.”
9 Kanaafuu, Shishaaq mootiin Gibxii Yerusaalemiin waraanuuf ni dhufe. Innis qabeenya mana Yihowaa+ fi qabeenya mana mootichaa ni fudhate. Inni gaachanoota warqii Solomoon hojjete dabalatee wanta hundumaa ni fudhate.+
-
-
Ermiyaas 5:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yommuu isaan, ‘Waaqni keenya Yihowaan wantoota kana hundumaa kan nu irratti raawwate maaliifi?’ jedhanii gaafatan, ati immoo, ‘Isin biyya keessan keessatti waaqa ormaa tajaajiluuf akkuma na dhiistan, biyya kan keessan hin taane keessatti namoota biyya ormaa ni tajaajiltu’ jettee isaaniif deebista.”+
-