LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 25:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+

      Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+

      Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,

      Yihowaan kana dubbateera.

  • Isaayyaas 30:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+

  • Isaayyaas 35:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+

      Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+

      Ni gammadu, ni ililchus,

      Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi