Yohaannis 1:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+ Yohaannis 14:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Karaan,+ dhugaanii+ fi jireenyi+ ana. Karaa koo yoo taʼe malee, eenyu iyyuu gara Abbaa dhufuu hin dandaʼu.+ 1 Ximotewos 2:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, Waaqa tokkotu jira;+ Waaqayyoo fi namoota gidduu+ immoo araarsaa+ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼe dha;+ 6 inni namoota hundumaatiif* furii wal gitu godhee of kenneera;+ kunis wanta yeroo isaatti dhugaa baʼamuufii qabu dha.
12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+
6 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Karaan,+ dhugaanii+ fi jireenyi+ ana. Karaa koo yoo taʼe malee, eenyu iyyuu gara Abbaa dhufuu hin dandaʼu.+
5 Sababiin isaas, Waaqa tokkotu jira;+ Waaqayyoo fi namoota gidduu+ immoo araarsaa+ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼe dha;+ 6 inni namoota hundumaatiif* furii wal gitu godhee of kenneera;+ kunis wanta yeroo isaatti dhugaa baʼamuufii qabu dha.