Yohaannis 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Wanti karaa isaa taʼe jireenya ture; jireenyi immoo ifa namootaa ture.+ Yohaannis 6:63 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Jireenya kan kennu hafuura;+ foon faayidaa tokko illee hin qabu. Dubbiin ani isinitti dubbadhe hafuura, jireenya dhas.+ Yohaannis 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+ Roomaa 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha;+ kennaan Waaqayyo kennu garuu, karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus+ jireenya bara baraa ti.+
63 Jireenya kan kennu hafuura;+ foon faayidaa tokko illee hin qabu. Dubbiin ani isinitti dubbadhe hafuura, jireenya dhas.+
3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+
23 Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha;+ kennaan Waaqayyo kennu garuu, karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus+ jireenya bara baraa ti.+