Maatewos 1:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Garuu hanga ishiin ilma ishii deessutti+ ishii wajjin saalqunnamtii hin raawwanne; maqaa isaas Yesuus jedhee moggaase.+ Luqaas 1:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Kunoo, ulfooftee ilma ni deessa;+ maqaa isaas Yesuus jettee moggaasta.+
25 Garuu hanga ishiin ilma ishii deessutti+ ishii wajjin saalqunnamtii hin raawwanne; maqaa isaas Yesuus jedhee moggaase.+