LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ruut 4:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yoobeed Isseyiin dhalche; Issey immoo Daawitiin dhalche.

  • 1 Saamuʼel 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo booda Yihowaan Saamuʼeliin, “Inni Israaʼel irratti mootii taʼee akka hin bulchine isa tuffadhee utuun jiruu,+ ati hamma yoomiitti Saaʼoliif gaddita?+ Miʼa gaanfaa keetti zayitii guuttadhuutii+ deemi. Ilmaan isaa gidduudhaa nama mootii naaf taʼu waanan filadheef,+ gara Issey+ isa nama Beetaliheem taʼetti sin erga” jedhe.

  • 1 Seenaa Baraa 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Issey ilma isaa isa angafaa Eeliyaabiin, ilma isaa isa lammaffaa Abinaadaabiin,+ ilma isaa isa sadaffaa Shimeʼaa,+

  • 1 Seenaa Baraa 2:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 ilma isaa isa jaʼaffaa Ozeemiin, akkasumas ilma isaa isa torbaffaa Daawitiin+ dhalche.

  • Maatewos 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Issey Daawit+ Mooticha dhalche.

      Daawit haadha manaa Uuriyaa irraa Solomooniin+ dhalche;

  • Luqaas 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni

      ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;

      Yoseef ilma Heelii,

  • Luqaas 3:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Daawit ilma Issey,+

      Issey ilma Yoobeed,+

      Yoobeed ilma Boʼaaz,+

      Boʼaaz ilma Salmoon,+

      Salmoon ilma Naʼaasoon,+

  • Hojii Ergamootaa 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Erga isa aangoo irraa buusee booda immoo, Daawitiin mootii godhee isaaniif kaase;+ waaʼee isaas, ‘Ani Daawit ilma Issey+ isa nama akka garaa koo taʼe+ argadheera; inni wantan barbaadu hunda ni hojjeta’ jedhee dhugaa baʼeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi