LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:6-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yommuu isaan achi gaʼanis, Saamuʼel Eeliyaabiin+ argee, “Dhugumaan, inni Yihowaan filate isa kana dha” jedhe. 7 Yihowaan garuu Saamuʼeliin, “Ani waanan isa tuffadheef, bifa isaa fi dheerina isaa hin ilaalin.+ Waaqayyo kan ilaalu akka namni ilaalutti miti; sababiin isaas, namni wanta alaan mulʼatu ilaala; Yihowaan garuu garaa namaa ilaala”+ jedhe. 8 Achiis Issey Abinaadaabiin+ waamee Saamuʼel dura akka darbu godhe; Saamuʼel garuu, “Yihowaan isa kanas hin filanne” jedhe. 9 Itti aansees Issey Shaamaan+ akka dhihaatu godhe; Saamuʼel garuu, “Yihowaan isa kanas hin filanne” jedhe. 10 Akka kanaan Issey ilmaan isaa torban Saamuʼel dura akka darban godhe; Saamuʼel garuu Isseyiin, “Yihowaan isaan kana keessaa tokko illee hin filanne” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi