2 Saamuʼel 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis Daawit haadha manaa isaa Baat Sheebaa+ ni jajjabeesse. Innis gara ishiitti seenee ishii wajjin ciise. Ishiinis yeroo booda ilma ni deesse; innis Solomoon*+ jedhee maqaa isaaf moggaase. Yihowaanis mucicha ni jaallate;+ 1 Seenaa Baraa 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shimeʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ haati ilmaan arfan kanaa Baat Sheebaa+ ishii intala Amiʼel taate turte.
24 Achiis Daawit haadha manaa isaa Baat Sheebaa+ ni jajjabeesse. Innis gara ishiitti seenee ishii wajjin ciise. Ishiinis yeroo booda ilma ni deesse; innis Solomoon*+ jedhee maqaa isaaf moggaase. Yihowaanis mucicha ni jaallate;+
5 Warri inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shimeʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ haati ilmaan arfan kanaa Baat Sheebaa+ ishii intala Amiʼel taate turte.