LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Warri inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shimeʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ haati ilmaan arfan kanaa Baat Sheebaa+ ishii intala Amiʼel taate turte.

  • 1 Seenaa Baraa 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ilmaan saajjatoota isaa utuu hin dabalatin, kanneen kun hundi ilmaan Daawit turan; obboleettiin isaaniis Taamaar+ turte.

  • 1 Seenaa Baraa 22:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kunoo, ati ilma+ tokko ni dhalchita; inni nama nagaa* ni taʼa; anis diinota isaa warra isatti marsanii jiran hunda irraa boqonnaa isaaf nan kenna;+ maqaan isaa Solomoon*+ ni jedhama; anis bara isaatti Israaʼeliif nagaa fi tasgabbii nan kenna.+

  • 1 Seenaa Baraa 28:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ilmaan hedduu Yihowaan naa kenne+ keessaa immoo, teessoo mootummaa Yihowaa irra taaʼee Israaʼeliin akka bulchuuf+ ilma koo Solomooniin filate.+

  • Maatewos 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Issey Daawit+ Mooticha dhalche.

      Daawit haadha manaa Uuriyaa irraa Solomooniin+ dhalche;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi