1 Seenaa Baraa 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Inni mana koo fi mootummaa koo keessatti bara baraaf akka jiraatu nan godha;+ teessoon isaas bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 2 Seenaa Baraa 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yeroo kanatti Solomoon Waaqayyoon akkana jedhe: “Ati abbaa koo Daawititti jaalala amanamaa guddaa taʼe argisiisteetta;+ anaanis bakka isaa mootii gooteetta.+
14 Inni mana koo fi mootummaa koo keessatti bara baraaf akka jiraatu nan godha;+ teessoon isaas bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+
8 Yeroo kanatti Solomoon Waaqayyoon akkana jedhe: “Ati abbaa koo Daawititti jaalala amanamaa guddaa taʼe argisiisteetta;+ anaanis bakka isaa mootii gooteetta.+