LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 89:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+

      Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+

  • Ermiyaas 33:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Yihowaan akkana jedha: ‘Guyyaanii fi halkan yeroo isaaniitti akka hin dhufne dhowwuuf kakuu koo isan guyyaa ilaalchisee galee fi kakuu koo isan halkan ilaalchisee gale cabsuu yoo dandeessan,+ 21 yeroo sanatti kakuun koo inni ani tajaajilaa koo Daawitii wajjin gale cabuu dandaʼa;+ innis ilma teessoo isaa irra taaʼee mootii taʼee bulchu hin qabaatu;+ kakuun koo inni ani tajaajiltoota koo luboota warra Leewwota+ taʼanii wajjin gales cabuu dandaʼa.

  • Luqaas 1:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+ 33 inni mana Yaaqoob irratti bara baraaf Mootii taʼee ni bulcha; Mootummaan isaas dhuma hin qabaatu.”+

  • Ibroota 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Waaʼee Ilma isaa garuu akkana jedhe: “Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna,*+ uleen Mootummaa kee ulee qajeelinaa* ti.

  • Mulʼata 3:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi