Isaayyaas 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama. Luqaas 1:32, 33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+ 33 inni mana Yaaqoob irratti bara baraaf Mootii taʼee ni bulcha; Mootummaan isaas dhuma hin qabaatu.”+
6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.
32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+ 33 inni mana Yaaqoob irratti bara baraaf Mootii taʼee ni bulcha; Mootummaan isaas dhuma hin qabaatu.”+