LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Hafuurri Yihowaa isa irra ni buufata,+

      Hafuurri ogummaa+ fi hafuurri hubannaa,

      Hafuurri gorsaa fi hafuurri jabinaa,+

      Hafuurri beekumsaa fi hafuurri Yihowaa sodaachuu isa irra ni buufata.

  • Maatewos 7:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yesuus yommuu wantoota kana dubbatee xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise baayʼee dinqisiifatan;+ 29 sababiin isaas, inni akka barsiisota seeraa isaaniitti utuu hin taʼin, akka nama aangoo qabuutti isaan barsiisaa ture.+

  • Maatewos 12:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Mootuun kibbaa ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef,+ yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee itti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi