LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 42:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru!

      Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+

      Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+

      Innis sabootaaf haqa ni fida.+

  • Yohaannis 1:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Yohaannis akkana jedhees dhugaa baʼeera: “Ani, hafuurri akka gugeetti* samii irraa yommuu gad buʼu argeera; innis isa irra ni buufate.+

  • Hojii Ergamootaa 10:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 waaʼeen Yesuus isa nama Naazireet, Waaqayyo hafuura qulqulluu fi humnaan akkamitti akka isa dibe,+ akkasumas Waaqayyo isaa wajjin waan tureef+ wanta gaarii hojjechaa fi namoota Diyaabilosiin cunqurfaman hundumaa fayyisaa+ biyyattii keessa akka naannaʼe ni odeeffama ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi