LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 49:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yihowaan inni Israaʼeliin furu, Inni Qulqulluun+ isaa, isa tuffatame,*+ isa sabni jibbee fi isa tajaajilaa bulchitootaa taʼe sanaan akkana jedha:

      “Yihowaa isa amanamaa+ taʼeen,

      Isa Qulqulluu kan Israaʼel, isa si filate+ sanaan kan kaʼe,

      Mootonni arganii ni kaʼu,

      Bulchitoonnis ni sagadu.”

  • Luqaas 9:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis duumessicha keessaa sagaleen,+ “Kun Ilma koo isa ani filadhe dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhu tokko ni dhufe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi