Isaayyaas 53:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Namoonni isa ni tuffatan, ni jibbanis,+Inni nama dhiphinnii fi dhukkubni itti baayʼatu* ture. Akka waan fuulli isaa nu jalaa dhokfamee taʼee ture.* Inni kan tuffatame ture, nutis akka waan gatii hin qabneetti isa ilaalle.+
3 Namoonni isa ni tuffatan, ni jibbanis,+Inni nama dhiphinnii fi dhukkubni itti baayʼatu* ture. Akka waan fuulli isaa nu jalaa dhokfamee taʼee ture.* Inni kan tuffatame ture, nutis akka waan gatii hin qabneetti isa ilaalle.+