Isaayyaas 43:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha: “Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+
14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha: “Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+