Isaayyaas 54:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli. Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+
5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli. Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+