Keessa Deebii 18:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+ Maatewos 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Utuma inni dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe. Maarqos 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis duumessi tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen+ tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe. Hojii Ergamootaa 3:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Museen iyyuu akkana jedheera: ‘Waaqni keessan Yihowaan* obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa.+ Wanta inni isinitti himu kam iyyuu dhagaʼuu qabdu.+ 23 Namni* Raajii sana hin dhageenye kam iyyuu sabicha gidduudhaa ni balleeffama.’+
15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+
5 Utuma inni dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe.
7 Achiis duumessi tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen+ tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe.
22 Museen iyyuu akkana jedheera: ‘Waaqni keessan Yihowaan* obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa.+ Wanta inni isinitti himu kam iyyuu dhagaʼuu qabdu.+ 23 Namni* Raajii sana hin dhageenye kam iyyuu sabicha gidduudhaa ni balleeffama.’+