LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 18:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+

  • Maatewos 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Utuma inni dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe.

  • Luqaas 9:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis duumessicha keessaa sagaleen,+ “Kun Ilma koo isa ani filadhe dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhu tokko ni dhufe.

  • Hojii Ergamootaa 3:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Museen iyyuu akkana jedheera: ‘Waaqni keessan Yihowaan* obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa.+ Wanta inni isinitti himu kam iyyuu dhagaʼuu qabdu.+ 23 Namni* Raajii sana hin dhageenye kam iyyuu sabicha gidduudhaa ni balleeffama.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi