Keessa Deebii 18:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+ Maarqos 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis duumessi tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen+ tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe. Luqaas 9:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Achiis duumessicha keessaa sagaleen,+ “Kun Ilma koo isa ani filadhe dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhu tokko ni dhufe. Hojii Ergamootaa 3:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Museen iyyuu akkana jedheera: ‘Waaqni keessan Yihowaan* obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa.+ Wanta inni isinitti himu kam iyyuu dhagaʼuu qabdu.+ 23 Namni* Raajii sana hin dhageenye kam iyyuu sabicha gidduudhaa ni balleeffama.’+ Ibroota 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 nuti fayyina guddaa kana yoo tuffanne akkamitti adaba irraa ooluu dandeenya ree?+ Sababiin isaas, kun jalqaba karaa Gooftaa keenyaa dubbatame,+ warri isa irraa dhagaʼan immoo nuuf mirkaneessan;
15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+
7 Achiis duumessi tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen+ tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe.
35 Achiis duumessicha keessaa sagaleen,+ “Kun Ilma koo isa ani filadhe dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhu tokko ni dhufe.
22 Museen iyyuu akkana jedheera: ‘Waaqni keessan Yihowaan* obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa.+ Wanta inni isinitti himu kam iyyuu dhagaʼuu qabdu.+ 23 Namni* Raajii sana hin dhageenye kam iyyuu sabicha gidduudhaa ni balleeffama.’+
3 nuti fayyina guddaa kana yoo tuffanne akkamitti adaba irraa ooluu dandeenya ree?+ Sababiin isaas, kun jalqaba karaa Gooftaa keenyaa dubbatame,+ warri isa irraa dhagaʼan immoo nuuf mirkaneessan;