-
Ibroota 10:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Namni Seera Musee cabse kam iyyuu namoonni lama yookiin sadii yoo ragaa isa irratti baʼan gara laafina tokko malee ajjeefama.+ 29 Egaa namni Ilma Waaqayyoo irra ejjete, dhiiga kakuu+ isa ittiin qulqulleeffame sana akka waan faayidaa hin qabnetti lakkaaʼee fi hafuura Waaqayyoo isa gaarummaa guddaa kennu sana tuffate adaba guddaa akkamiitu isaaf mala jettanii yaaddu ree?+
-