Maatewos 26:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Xoofoos fuudhee erga galateeffatee booda isaaniif kennee akkana jedhe: “Hundi keessan isa keessaa dhugaa;+ 28 kun dhiiga koo isa ‘dhiiga+ kakuu’+ taʼee fi namoota hedduudhaaf dhiifama cubbuu+ argamsiisuuf dhangalaʼu+ argisiisa. Luqaas 22:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Irbaata erga nyaatanii booda xoofoo sanas fuudhee akkasuma godhe; achiis akkana jedhe: “Xoofoon kun kakuu haaraa+ dhiiga koo+ isa isiniif dhangalaʼuun+ hundeeffamu argisiisa.
27 Xoofoos fuudhee erga galateeffatee booda isaaniif kennee akkana jedhe: “Hundi keessan isa keessaa dhugaa;+ 28 kun dhiiga koo isa ‘dhiiga+ kakuu’+ taʼee fi namoota hedduudhaaf dhiifama cubbuu+ argamsiisuuf dhangalaʼu+ argisiisa.
20 Irbaata erga nyaatanii booda xoofoo sanas fuudhee akkasuma godhe; achiis akkana jedhe: “Xoofoon kun kakuu haaraa+ dhiiga koo+ isa isiniif dhangalaʼuun+ hundeeffamu argisiisa.