Baʼuu 24:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, Museen dhiigicha fuudhee sabicha irratti facaasuudhaan,+ “Kun dhiiga kakuu isa dubbii kana hundumaa wajjin haala wal simuun Yihowaan isinii wajjin gale sanaa ti” jedhe.+ Ermiyaas 31:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyoonni ani mana Israaʼelii fi mana Yihudaa wajjin kakuu haaraa itti galu ni dhufu.+ Ibroota 7:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Akka kanaan Yesuus kakuu isa caalu+ sanaaf wabii taʼeera.*
8 Kanaafuu, Museen dhiigicha fuudhee sabicha irratti facaasuudhaan,+ “Kun dhiiga kakuu isa dubbii kana hundumaa wajjin haala wal simuun Yihowaan isinii wajjin gale sanaa ti” jedhe.+
31 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyoonni ani mana Israaʼelii fi mana Yihudaa wajjin kakuu haaraa itti galu ni dhufu.+