Maatewos 20:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.” Maarqos 14:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Kun dhiiga+ koo isa ‘dhiiga kakuu’+ taʼee fi namoota hedduudhaaf dhangalaʼu argisiisa.+
28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”
24 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Kun dhiiga+ koo isa ‘dhiiga kakuu’+ taʼee fi namoota hedduudhaaf dhangalaʼu argisiisa.+