Faarfannaa 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Labsii Yihowaa nan labsa;Inni akkana naan jedhe: “Ati ilma koo ti;+Ani harʼa si dhalcheera.+ Isaayyaas 42:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+ Maatewos 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sagaleen tokkos samiiwwan irraa,+ “Kun Ilma koo+ isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha”+ jedhe. 2 Pheexiros 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Inni yeroo jechoonni,* “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani ofii kootii itti gammadu dha”+ jedhan ulfina guddaadhaan isatti dubbatamanitti Waaqayyo Abbaa biraa ulfinaa fi kabaja argateera.
42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+
17 Sagaleen tokkos samiiwwan irraa,+ “Kun Ilma koo+ isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha”+ jedhe.
17 Inni yeroo jechoonni,* “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani ofii kootii itti gammadu dha”+ jedhan ulfina guddaadhaan isatti dubbatamanitti Waaqayyo Abbaa biraa ulfinaa fi kabaja argateera.