5 Utuma inni dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas sagaleen tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhe.
22 hafuurri qulqulluun bifa qaamaatiin akka gugeetti isa irra buʼe; sagaleen, “Ati Ilma koo isa jaallatamaa dha; ani sitti nan gammada”+ jedhus samii irraa ni dhufe.