33 Waaqayyo Yesuusiin duʼaa kaasee+ abdii kana nu warra ijoollee isaanii taaneef guutummaatti raawwateera; kunis faarfannaa isa lammaffaa irratti, ‘Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera’+ jedhamee barreeffameera.
5 Fakkeenyaaf, Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, “Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera,”+ akkasumas, “Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa”+ jedhee beeka?
5 Kiristoosis, luba ol aanaa taʼuudhaan ofii isaatiif ulfina hin kennine;+ kanaa mannaa isa, “Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera”+ jedhe sanatu ulfina isa gonfachiise.