Faarfannaa 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Labsii Yihowaa nan labsa;Inni akkana naan jedhe: “Ati ilma koo ti;+Ani harʼa si dhalcheera.+ Hojii Ergamootaa 13:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Waaqayyo Yesuusiin duʼaa kaasee+ abdii kana nu warra ijoollee isaanii taaneef guutummaatti raawwateera; kunis faarfannaa isa lammaffaa irratti, ‘Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera’+ jedhamee barreeffameera.
33 Waaqayyo Yesuusiin duʼaa kaasee+ abdii kana nu warra ijoollee isaanii taaneef guutummaatti raawwateera; kunis faarfannaa isa lammaffaa irratti, ‘Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera’+ jedhamee barreeffameera.