Faarfannaa 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Labsii Yihowaa nan labsa;Inni akkana naan jedhe: “Ati ilma koo ti;+Ani harʼa si dhalcheera.+ Luqaas 9:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Achiis duumessicha keessaa sagaleen,+ “Kun Ilma koo isa ani filadhe dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhu tokko ni dhufe.
35 Achiis duumessicha keessaa sagaleen,+ “Kun Ilma koo isa ani filadhe dha.+ Isa dhagaʼaa”+ jedhu tokko ni dhufe.