-
Yohaannis 3:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Fariisota keessaa geggeessaan Yihudootaa Niqoodimos+ jedhamu tokko jira ture. 2 Inni halkan keessa gara Yesuus dhufee,+ “Rabbii,+ ati barsiisaa Waaqayyo biraa dhufe taʼuu kee beekna; sababiin isaas, Waaqayyo yoo isaa wajjin taʼe malee namni dinqiiwwan ati hojjettu kana+ hojjechuu dandaʼu hin jiru”+ isaan jedhe.
-