1 Seenaa Baraa 28:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ilmaan hedduu Yihowaan naa kenne+ keessaa immoo, teessoo mootummaa Yihowaa irra taaʼee Israaʼeliin akka bulchuuf+ ilma koo Solomooniin filate.+ Faarfannaa 89:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Bara baraaf jaalala koo isa amanamaa isatti nan argisiisa,+Kakuun isaa wajjin gales matumaa hin diigamu.+ 29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+
5 Ilmaan hedduu Yihowaan naa kenne+ keessaa immoo, teessoo mootummaa Yihowaa irra taaʼee Israaʼeliin akka bulchuuf+ ilma koo Solomooniin filate.+
28 Bara baraaf jaalala koo isa amanamaa isatti nan argisiisa,+Kakuun isaa wajjin gales matumaa hin diigamu.+ 29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+