LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,

      Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,

      Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+

      Ammaa jalqabee bara baraaf,

      Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+

      Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas.

      Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.

  • Ermiyaas 33:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Sababiin isaas, Yihowaan akkana jedha: ‘Sanyii Daawit keessaa namni teessoo mana Israaʼel irra taaʼu matumaa hin dhabamu;+

  • Ibroota 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Waaʼee Ilma isaa garuu akkana jedhe: “Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna,*+ uleen Mootummaa kee ulee qajeelinaa* ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi