Isaayyaas 42:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+ Maatewos 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Ilaa, tajaajilaan koo+ inni ani filadhe, inni ani jaalladhu, inni ani* itti gammadu+ isa kana! Ani hafuura koo isa irra nan kaaʼa;+ innis haqni maal akka taʼe sabootaaf ifa godha.
42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+
18 “Ilaa, tajaajilaan koo+ inni ani filadhe, inni ani jaalladhu, inni ani* itti gammadu+ isa kana! Ani hafuura koo isa irra nan kaaʼa;+ innis haqni maal akka taʼe sabootaaf ifa godha.