2 Saamuʼel 7:16, 17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 17 Naataan jechoota kana hundumaa fi guutummaa mulʼata kanaa Daawititti ni hime.+ Mulʼata 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.
16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+ 17 Naataan jechoota kana hundumaa fi guutummaa mulʼata kanaa Daawititti ni hime.+
15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.