LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 45:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna;*+

      Uleen mootummaa kee ulee qajeelinaa* ti.+

  • Faarfannaa 89:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+

      Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+

  • Daaniʼel 2:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Bara mootota sanaatti Waaqni samii mootummaa matumaa hin balleeffamne+ tokko ni hundeessa.+ Mootummaan kunis saba kan biraa kamitti iyyuu dabarfamee hin kennamu.+ Innis mootummoota kana hundumaa caccabsee ni balleessa;+ kophaa isaas bara baraaf ni dhaabbata;+

  • Ibroota 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Waaʼee Ilma isaa garuu akkana jedhe: “Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna,*+ uleen Mootummaa kee ulee qajeelinaa* ti.

  • Mulʼata 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi